那不勒斯足球俱乐部

settings icon
share icon
Gaaffii

Macaafni qulqulluun waa鈥檈e afuura xurawaa maal jedhaa?

Deebii


Mul鈥檃ta 12:9 waa鈥檈e eenyummaa afuura xuraawaa ifa kan ta鈥檈e jecha qulqullaa鈥檃dha, 鈥渁ddunya mara kan dogogorsuu, yaabilosii fi seexana kan jedhamu jawwee guddicha innis bofa durii ni gatame, gara biyya lafaatti gatame ergamootni isaas isaa wajjin gaataman. Kan seexani samii irraa gara arditti gadi kufuun isaa fakkeenyaan Isaayaas 14:12-15 fi Hisqeel 28:12-15 irratti mul鈥檃teera. Mul. 12:4 kan argisiisuu kan fakkaatu seexanni cubbuu hojjeechuun ergamoota tokko sadaffaa ofii isaa wajjin fudhachuu isaati, Yihuuda 6 cubbuu kan hojjetan ergamoot heerera. Macaafni qulqulluun afuura xuraawa ergamoota kufan ta鈥檜u isaani nutti argisiisa, seexanaa wajjin ta鈥檃ani Waaqayyo irratti kan fincilan.

Seexanaa fi afuurotni xuraawwaan isaa amma balleessuudhaa fi dogoggorsuu hojjeecha jiru, Waaayyoon kan hordofanii fi kan Waaqeesan hundumaa (1ffaa Phexi 5:8, 2ffaa Qoro 11:14-15). Afuurri xurawaan akka afuura hamaati kan ibsan (Maati. 10:1), afuura xurawaan (Mati 1:27) fi ergamootni seexana (Mul. 12:9). Seexanaa fi afuurri xurawaan addunyaa dogogorsuu (2ffaa Qoro 4:4), kiristaanoota miidhuu (2ffaa Qoro 12:7, 1ffaa Phexi 5:8) fi ergamoota qulqulluu lolu (Mul. 12:4-9). Afuurri xuraawwaan eenyummaa afuuraa qaba, haa ta鈥檜u malee qaama foonitiin mul鈥檃chuu danda鈥檜 (2ffaa Qoro 11:14-15). Afuurri xuraawaan/ergamotootni kufan diina Waaqayyooti, haa ta鈥檜u malee diina mo鈥檃mee dha. kan nu wajjin jirutu caala, biyya lafaa kan jiru caalaa(1ffaa Yoha 4:4).

English



Gara Mana fuula Afaan Oromootti deebi鈥檃a

Macaafni qulqulluun waa鈥檈e afuura xurawaa maal jedhaa?
© Copyright 那不勒斯足球俱乐部